Afan oromo music free download

broken image
broken image

Har'a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device) ti fayyadama. Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo Bible is an offline Oromo bible (Macaafa Qulqulluu) with KJV English bible.Oromiffa Bible (Macaafa Qulqulluu) also conatians Strongs concordance, search, highlight and verse image features.Afaan Oromo Bible (Macaafa Qulqulluu) is beautifully designed holy bible app for easy reading of the word of God.Afaan Oromo Bible - Oromo bible (Afaan Oromoo Macaafa Qulqulluu) - Oromiffa BibleOnesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti MQ afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba oroootiin ga'ee sabni keenya sagalee waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuun dhaan beekamu Jaarra 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe.